AKKAMITTI ITIYOOPHIYA KESSATTI ACCOUNT PAYPALI BILISA TA'EE BANANNA
AKKAMITTI MALLAQAA ONLINIIDHAN HOJJENNE BAAFACHU DANDEENYA?
Akkamitti Account Paypal Bilisa Ta'ee Itiyoophiya keessatti Saaqna
Yeroo Amma Hojii Onlinidhan Itiyoophiya Keessa Taa'ani Biyyoota Gara Gara Keessattii Mallaqa Hojjetani Yeroon Itti Argatan Babballaacha Jira.
Mallaqa Hojjenne Baafachuudhaf Immoo “Account” Kara “Online” Akka Addunyatti Mallaqa Daddabarsu Gara Gara Nu Barbaachisa Kannen Akka “Paypal, Bitcoin, Master Card” Fi K.K.F Garuu Itiyoophiya Keessatti Account Kana Fayyadamun Hin Dandaa'amu Kana Jechuun Guutumma Guututti Hin Dandaa'amu Jechuu Miti Itiyoophiya Keessa Teenye Account Kanan Maallaqa Erguu Malee Mallaqa Fudhaachun Hin Dandaa'amu.
Kanuma Sababeffaachun Akkamitti Akka “Paypal Account” itiyoophiya kessatti bilisan hojjetu Banachu Dandeenyu Waliin Ilaalla
Wantoota Nu Barbaachisan
1.Email
Mallaqa Kara Onlini Erguudhafis Ta'e Fudhaachuf Email Waan Nu Barbaachisuuf Emeil Qabaachun Dirqama Yoo Hin Qabanne Immo Akkamitti Akka Email Banaannu Linki Asi Gadii Tuqun Dubbisati Emeil Banadha
telegrami link asi gadi seenun email akkamitti akka banannu dubbisa
https://t.me/samitecno/848
2.Passport Ykn National Id Ykn Eyyama Konkolachisumma
Paypal Baayye Secure Waan Ta'ef Dirqama Waraqa Enyuumma Nu Barbaachisa Waraqa Enyumma Isa Kan Ganda Osoo Hin Taane Kan Akka Passport, National Id Kana Namonni Bayyen Hin Qaban Namoota Biyyoota Alaa Jiraatan Malee Kana Laman Hin Qabdan Yoo Ta'emmo Eyyama Konkolaachisumma Qabachun Dirqama Jechuudha Yoo Hin Qabanne Immo Passport Akkamitti Akka Fudhaachu Dandeenyu Link Kana Gadii Jiru Tuqaa Dubbisati Onlinidhan Ofii Kessani Formi Guutuudhan Salphatti Guyya Beellama Keessani Fudhachun Ni Danda'ama
telegrami link asi gadi seenun email akkamitti akka banannu dubbisa
https://t.me/samitecno/1501
Hub.Yeroo Banuudhaf Jettan Of Eggannodhan Dogoggora Tokko Malee Guutuu Qabdu
Kanan Dura Email Amma Ittin Banuf Jettanin Yoo Banuudhaf Hin Yaalle Ta'e Gaaridha Garuu Kanan Dura Account Kana Banuudhaf Email Kanan Yaaltani Jirtu Yoo Ta'e Isiniif Hin Banuu Jechuudhan Kanaafu Account Email Haara Osoo Fayyadamtani Gaaridha.
Toora Tooran Haa Ilaallu
1.Link Asii Gadii Tuqun Iddoo Formi Irratti Guttan Seentu
Paypal.Com/Ls
2.Sign Up Gama Harka Bitarra Kan Jiruu Tuqxu
3.Business Account Kan Jedhu Tuquun Continue jettu
4. Email Kessan Galchitani Continue Jettun
5.Password Email Kessan ykn Kan Bira Kan account Paypalidhaf Ta'u Galchitu Jechuudha Password Cima Ta'e
6.Business Contact Kan Jedhu Jalatti Maqaa Kessani Fi Kan Abba Galchitu
Business Detail Kan Jedhu Jalatti Maqaa Company Bareessitu Kana Jechuun Maqaa Kessan Qofaa Yoo Galchitanis Ni Ta'a
Business Phone No Kan Jedhu Irratti Immo Itiyoophiyaa Filaachudhan Lakkofsa Bilbila Kessani Galchitu
Business Address Kan jedhu Jalatti Immo Kan Armaan Gadi Kana Galcha
Address Line 1
Ha Lebelo
Address Line 2
Lesotho
City/Town/Village
Ha Lebelo
Postal Code
100
7.Agree And Continue
8. Describe Your Business
Business Type Kan Jedhu Kessaatti Isa Kana Gadi Guuttuu
Individual/Sole Propriertorship
Product Or Service Keyword
Electronics Store
Website
Isa Kana Dhiisu Ni Dandeessu Filaannodha Waan Ta'ef
9.Continue Kan Jedhu Iraatti Cuuqafna Jechuudha
10.Date Of Birth Guyya Dhaloota Isa Sirri Galchitu
11.Nationality
Ethiopia Ykn Lesotho Gochu Ni Dandeenya Rakkina Hin Qabu
12.Identity Document
Filaanno Sadi Isiniif Dhiyaatu Keessa tokko qabachuun dirqama waan ta’eef Kan Qabdan Filachuun Galchitu Passport Kan Filattan Yoo Ta'e Kara Harka Mirga Ep... Jedhee Kan Eegalu lakkofsa Galchitu Jechuudha akkasumas eyyama konkolaachisumma qabdu yoo ta’e lakkoofsa eyyama keessani galchitu
National ID
Passport
Driver License
13.Submit kan jedhu irraatti tuqxu
14.Email account Kessan Bira Deemun Miseejin Paypal Service Jedhu Tuqun Confirm Your Email Kan Jedhu Irratti Cuqasa Sana Booda Password Paypal Kessani Galchun Verify Godha.
15.Baga Gammadde Paypal Account Kee Siif Banameera
Yeroo itti aanu akkamitti paypal account bankii itiyoophiyaa kessa jiran waliin wal qunnamsiifna kan jedhu waliin ilaalla
Iddoo isiinif hin galleetti comment irratti barreessa

Comments
Post a Comment