Sooftiweerii baayyee keenya biratti barbaachisaafi barbaadamaa ta'e kana beektuu?
πSooftiweerii baayyee keenya biratti barbaachisaafi barbaadamaa ta'e kana beektuu?
π#iCare_Data_Recovery jedhama
πFaayiloota Computer, USB Flash Drive, SD Card,... irraa #delete ykn #format ta'an nuuf deebisuuf nu gargaara.
πDownload erga gootani booda #zip ta'ee waan jiruuf #extract godhaa.
πItti aansuun Folder extract itti gootan keessa seenuun icarepro.exe kan jedhu install gootu
πFree'n isaa faayila 1GB olii recover gochuu hin danda'u waan taheef register gochuu qabdu.
πRegister gochuufis folder extract gootan keessaa #crack kan jedhu banuun keygen.exe bantu.
πInnis Serial Key isinii kenna. haaraas generate gochuu dandeessu.
πSerial key kana Copy gochuun software duraan install gootan banuun partition keessan filattanii step jiru xumuruun #recover wayita jettanitti registration gaafata. Serial copy gootan itti galchuun register gootu.
πKanaan booda faayila size isa hanga fedhe ta'e salphaatti recover gochuu dandeessu.
link download jedhuu kanatti bu'uudhan buufadha
password:123
chaayinaali keenya JOIN fi SHARE gochuu hin dagatina
ππππππππ
ππ @samitecno ππ
ππ @samiTecno ππ

Comments
Post a Comment