Posts

Showing posts from September, 2023

AKKAMITTI ACCOUNT PAYPAL IRRAA GARA BANKI ITIYOOPHIYAATTI MALLAQA DABARSINA.

Image
  AKKAMITTI MALLAQA PAYPAL ACCOUNT IRRA GARA BANKI ITIYOOPHITTI DABARSINA   1.Link Kana Gadii Tuquun Gara Sana Deemna   Bit.ly/Abopays   2. Gara Paypal Account Keenya Deemna. 3.paypal account irra Send Kan Jedhu Tuquudhan Mallaqa Paypal Irra Baafachu Baraddanne Gara Email Asi Gaditti Ergitu   Payhenoch@Gmail.Com   4.Erga Gara Email Kanatti Ergitani Booda Gara Websaayiti   Kanatti Bit.Ly/Abopays Deebitani Gara Dhumatti Gadi Bu'uun "Receive From Paypal" Kan Jedhu Irratti Cuqaaftu   5.Personal Info -Maqaa Kessan Isa Sirri Kan Paypal Account Ittin Bantan Payment Details Qarshi Isa Sirri Kan Gara Email Kanatti Ergitan Barressitu Paypal Email Paypal Email Kessan Isa Sirri Galchitu Samij@Gmail.Com Choose Bank Baanki Kana Gadi Keessa Kam Irratti Akka Isiinif Galuu Tokko Filaattu Commercial Bank Awash Bank Dashen Bank Berhan Bank Transaction Id Kana Bira Dabartu Acc. No Lakkoofsa Herreega Banki Fila...

AKKAMITTI ITIYOOPHIYA KESSATTI ACCOUNT PAYPALI BILISA TA'EE BANANNA

Image
 AKKAMITTI MALLAQAA ONLINIIDHAN HOJJENNE BAAFACHU DANDEENYA? Akkamitti Account Paypal Bilisa Ta'ee Itiyoophiya keessatti Saaqna Yeroo Amma Hojii Onlinidhan Itiyoophiya Keessa Taa'ani Biyyoota Gara Gara Keessattii Mallaqa Hojjetani Yeroon Itti Argatan Babballaacha Jira. Mallaqa Hojjenne Baafachuudhaf Immoo “Account” Kara “Online” Akka Addunyatti Mallaqa Daddabarsu Gara Gara Nu Barbaachisa Kannen Akka “Paypal, Bitcoin, Master Card” Fi K.K.F  Garuu Itiyoophiya Keessatti Account Kana Fayyadamun Hin Dandaa'amu Kana Jechuun Guutumma Guututti Hin Dandaa'amu Jechuu Miti Itiyoophiya Keessa Teenye Account Kanan Maallaqa Erguu Malee Mallaqa Fudhaachun Hin Dandaa'amu. Kanuma Sababeffaachun Akkamitti Akka “Paypal Account” itiyoophiya kessatti bilisan hojjetu Banachu Dandeenyu Waliin Ilaalla Wantoota Nu Barbaachisan 1.Email Mallaqa Kara Onlini Erguudhafis Ta'e Fudhaachuf Email Waan Nu Barbaachisuuf Emeil Qabaachun Dirqama Yoo Hin Qabanne Immo Akkamitti Akka Email Banaannu Lin...