AKKAMITTI ACCOUNT PAYPAL IRRAA GARA BANKI ITIYOOPHIYAATTI MALLAQA DABARSINA.


 

AKKAMITTI MALLAQA PAYPAL ACCOUNT IRRA GARA BANKI ITIYOOPHITTI DABARSINA

 

1.Link Kana Gadii Tuquun Gara Sana Deemna

 

Bit.ly/Abopays

 

2. Gara Paypal Account Keenya Deemna.

3.paypal account irra Send Kan Jedhu Tuquudhan Mallaqa Paypal Irra Baafachu Baraddanne Gara Email Asi Gaditti Ergitu

 

Payhenoch@Gmail.Com

 

4.Erga Gara Email Kanatti Ergitani Booda Gara Websaayiti  Kanatti Bit.Ly/Abopays Deebitani Gara Dhumatti Gadi Bu'uun "Receive From Paypal" Kan Jedhu Irratti Cuqaaftu

 

5.Personal Info

-Maqaa Kessan Isa Sirri Kan Paypal Account Ittin Bantan

Payment Details

Qarshi Isa Sirri Kan Gara Email Kanatti Ergitan Barressitu

Paypal Email

Paypal Email Kessan Isa Sirri Galchitu

Samij@Gmail.Com

Choose Bank

Baanki Kana Gadi Keessa Kam Irratti Akka Isiinif Galuu Tokko Filaattu

Commercial Bank

Awash Bank

Dashen Bank

Berhan Bank

Transaction Id

Kana Bira Dabartu

Acc. No

Lakkoofsa Herreega Banki Filaattani Galchitu

100065787456...

Phone No

Lakkoofsa Bilbila Keessan Galchitu

093508...

 

Hub.Websaayitin Kun Namoota Itiyoophiyatin Kan Hojjetame Yoo Ta'u Yeroo Jijjirran Taasifamu Qarshii Kutaachun Doolara Tokko Qarshi Itiyoophiya Qarshi 60tti Jijjiree Isiniif Erga akkasumas websaayitin kun yeroo yerotti haaromfamu(update) danda’aa waan ta’eef sirritti xiyyeeffannodhan ilaala.

Kanfaltiin Keessan isin bira ga’uudhaf Guyya Sadii Fudhaachu Danda'a.  

Kara Toora Bilbila Ykn Miseeji Akka Isiinif Gale Sin Bira Ni Gaha 

Akkamitti paypal account banana kan jedhu immo link kana gadii irra dubbisa

Telegram irra dubbisuuf link kana tuqa

https://t.me/samitecno/1771

websaayiti irraa dubbisuuf immo link kana tuqa

https://jabaamedia.blogspot.com/2023/09/akkamitti-itiyoophiya-kessatti-account.html

iddoo isiniif hin galletti comment jalatti barreessa

Share and like your channel

      πŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’Ž

               @samitecno

               @free_ict_group

       πŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’Ž

Comments

Popular posts from this blog

Sooftiweerii baayyee keenya biratti barbaachisaafi barbaadamaa ta'e kana beektuu?

Meesha Hattonni(hacker) Ciccimoon Fayyadaman