Posts

AKKAMITTI ACCOUNT PAYPAL IRRAA GARA BANKI ITIYOOPHIYAATTI MALLAQA DABARSINA.

Image
  AKKAMITTI MALLAQA PAYPAL ACCOUNT IRRA GARA BANKI ITIYOOPHITTI DABARSINA   1.Link Kana Gadii Tuquun Gara Sana Deemna   Bit.ly/Abopays   2. Gara Paypal Account Keenya Deemna. 3.paypal account irra Send Kan Jedhu Tuquudhan Mallaqa Paypal Irra Baafachu Baraddanne Gara Email Asi Gaditti Ergitu   Payhenoch@Gmail.Com   4.Erga Gara Email Kanatti Ergitani Booda Gara Websaayiti   Kanatti Bit.Ly/Abopays Deebitani Gara Dhumatti Gadi Bu'uun "Receive From Paypal" Kan Jedhu Irratti Cuqaaftu   5.Personal Info -Maqaa Kessan Isa Sirri Kan Paypal Account Ittin Bantan Payment Details Qarshi Isa Sirri Kan Gara Email Kanatti Ergitan Barressitu Paypal Email Paypal Email Kessan Isa Sirri Galchitu Samij@Gmail.Com Choose Bank Baanki Kana Gadi Keessa Kam Irratti Akka Isiinif Galuu Tokko Filaattu Commercial Bank Awash Bank Dashen Bank Berhan Bank Transaction Id Kana Bira Dabartu Acc. No Lakkoofsa Herreega Banki Fila...

AKKAMITTI ITIYOOPHIYA KESSATTI ACCOUNT PAYPALI BILISA TA'EE BANANNA

Image
 AKKAMITTI MALLAQAA ONLINIIDHAN HOJJENNE BAAFACHU DANDEENYA? Akkamitti Account Paypal Bilisa Ta'ee Itiyoophiya keessatti Saaqna Yeroo Amma Hojii Onlinidhan Itiyoophiya Keessa Taa'ani Biyyoota Gara Gara Keessattii Mallaqa Hojjetani Yeroon Itti Argatan Babballaacha Jira. Mallaqa Hojjenne Baafachuudhaf Immoo “Account” Kara “Online” Akka Addunyatti Mallaqa Daddabarsu Gara Gara Nu Barbaachisa Kannen Akka “Paypal, Bitcoin, Master Card” Fi K.K.F  Garuu Itiyoophiya Keessatti Account Kana Fayyadamun Hin Dandaa'amu Kana Jechuun Guutumma Guututti Hin Dandaa'amu Jechuu Miti Itiyoophiya Keessa Teenye Account Kanan Maallaqa Erguu Malee Mallaqa Fudhaachun Hin Dandaa'amu. Kanuma Sababeffaachun Akkamitti Akka “Paypal Account” itiyoophiya kessatti bilisan hojjetu Banachu Dandeenyu Waliin Ilaalla Wantoota Nu Barbaachisan 1.Email Mallaqa Kara Onlini Erguudhafis Ta'e Fudhaachuf Email Waan Nu Barbaachisuuf Emeil Qabaachun Dirqama Yoo Hin Qabanne Immo Akkamitti Akka Email Banaannu Lin...

Meesha Hattonni(hacker) Ciccimoon Fayyadaman

Image
 ✅   M eesha Hattonni(hacker) Ciccimoon Fayyadaman ✴️ WORLD MOST DANGEROUS & POWERFULL HACKERS TOOLS  - Pish web tool  πŸ”— Link : https://github.com/Cabdulahi/pish - MITM attack tool  πŸ”— Link : https://github.com/websploit/websploit - kill shot pentesting framework πŸ”— Link :https://github.com/bahaabdelwahed/killshot    ▫️Facebook Tool Links  - Facebook information gathering πŸ”— Link :  git clone https://github.com/CiKu370/OSIF.git  - Facebook Toolkit + bots,  dump private data  πŸ”— Link : https://github.com/warifp/FacebookToolkit  - Facebook cracking tool Fcrack.py  πŸ”— Link : https://github.com/INDOnimous/FB-Crack-  - Facebook and yahoo account cloner  πŸ”— Link : https://gitlab.com/W1nz0N/fyc.git - Facebook report tool πŸ”— Link : git clone https://github.com/IlayTamvan/Report - Facebook BruteFoRce Tool πŸ”— Link : https://github.com/IAmBlackHacker/Facebook-BruteForce - Facebook hacking ASU πŸ”— Link : git clone h...

Sooftiweerii baayyee keenya biratti barbaachisaafi barbaadamaa ta'e kana beektuu?

Image
  πŸ‘Œ Sooftiweerii baayyee keenya biratti barbaachisaafi barbaadamaa ta'e kana beektuu? πŸ‘‰#iCare_Data_Recovery jedhama  πŸ‘‰Faayiloota Computer, USB Flash Drive, SD Card,... irraa #delete ykn #format ta'an nuuf deebisuuf nu gargaara. πŸ‘‰Download erga gootani booda #zip ta'ee waan jiruuf #extract godhaa. πŸ‘‰Itti aansuun Folder extract itti gootan keessa seenuun icarepro.exe kan jedhu install gootu   πŸ‘‰Free'n isaa faayila 1GB olii recover gochuu hin danda'u waan taheef register gochuu qabdu. πŸ‘‰Register gochuufis folder extract gootan keessaa #crack kan jedhu banuun keygen.exe bantu.  πŸ‘‰Innis Serial Key isinii kenna. haaraas generate gochuu dandeessu. πŸ‘‰Serial key kana Copy gochuun software duraan install gootan banuun partition keessan filattanii step jiru xumuruun #recover wayita jettanitti registration gaafata. Serial copy gootan itti galchuun register gootu. πŸ‘‰Kanaan booda faayila size isa hanga fedhe ta'e salphaatti recover gochuu dandeessu. link download jedhuu ka...
Image
  AI Tools dhimma garaagaraa irratti isin tajaajiluu danda'an πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ 1. come.ai Chrome and Firefox extension to Summarize articles, webpages, news, and YouTube videos. 2. formulabot.com AI Excel Formula Generator data preparation & data analysis. 3. background.lol used to generate amazing background images 4. promptvibes.com A Massive Collection of useful ChatGPT Prompts 5. invideo.io Change text to video 6. rezi.ai The smartest GPT-powered resume builder.   telegrami chaayinaali keenya link asi gadiitin qunnama t.me/samitecno
Image
  Website kitaaba irraa buufachuf nuu gargaaran muraasa ◽️ www.bookboon.com ◽️ http://ebookee.org ◽️ http://sharebookfree.com ◽️ http://m.freebooks.com ◽️ www.obooko.com ◽️ www.manybooks.net ◽️ www.epubbud.com ◽️ www.bookyards.com ◽️ www.getfreeebooks.com ◽️ freecomputerbooks.com ◽️ www.essays.se ◽️ www.sparknotes.com ◽️ www.pink.monkey.com         SEARCH ON TELEGRAM Share and like your  channel        πŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’Ž                @samitecno                @free_ict_group        πŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’Ž